Gadaa.com   |   Oromia & Oromo   |   Gadaa.com REPORTS   |   Chronology   |   Directory   |   Events   |   Bookstore   |   Pictures   |   Sports   |   About Us   |   Contact
Gadaa.com

Umriin Lakkobsa, Mul’atatu Murtessa!

Gadaa.com
Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Views: 777 views
Comments (3)

More Videos

See More Videos

Hiriira Nagaa fi Walgahii Hawaasa...

08:49
555 views
Comments

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...

Remembering Ebbisaa Addunyaa 14th...

08:32
401 views
Comments

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...

Lake Haramaya – Disappearing...

05:31
335 views
Comments

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Description:

Qopheessaa Jaallannee Gammadaa | Washington, DC

Oromoota biyya alaa keessa jiraatan garu hawaasa keessatti dhalatanii guddtan biyya keessatti gargaaraa kan jiran akka jiran beekamaa dha.

Dhiyeenya kana meeshaa tajaajila wal’aansa fayyaa adda addaa kan doolaara kuma dhibba lama caalaatti tilmaamamu, kaaliforniyaa irraa gara Hospitaala Najjootti kan ergite shamarree Obsee Taaddasaa Luboo ofii ishee Narsii ta’uun hojjatti.

Obseen, dhiyeenya kana Ogeessa addaa kan waa’ee dhukkuba onnee fi Narsii ka biraa tokko fudhattee kaliforniyaa irraa gara Najjoo dhaquun da’immanii fi kanneen biroon akka wal’ansa argatan gotee jirti.

Gara fuula duraatti immo waaltaa qorannoo kan Afaan Ingliziin “Diagnostic and Imaging Center” jedhamu ijaaruuf bulchiinsa magaalaa Najjoo irraa lafa argatteetti.Kanaaf jecha uummata koo biyya keessas ta’e biyya alaa keessa jiru biraa deggersan barbaada kan jettu Obseen, gargaarsa ammaan dura gumaachaniifis galatomffattee jirti.

- VOA

More Videos

See More Videos

The Oromo Community of Chicago...

20:11

207 views

Comments

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars (No Ratings Yet)
Loading ... Loading ...

Addi Bilisummaa Oromoo Walqixxummaa...

06:03

1,160 views

Comments

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...

Oduu – 5/30/2011 – TV Oromiyaa...

24:10

837 views

Comments

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...

The Rites and Rituals of Sheik...

03:12

421 views

Comments (1)

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...

Torture in Ethiopia

18:59

608 views

Comments

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...

Comments

Comments (3)

  1. lammiikee said,

    January 17, 2012 @ 10:46 am

    Obse,
    hojii guddaa fi eebbifamaa hojjechaa jirtu yeroon dhaga’etti gammachuu guddaatu natti dhaga’ame. Umurii dargaggummaa kanatti, yeroo namoonni hedduun fedhaafi dhimma dhuunfaa isaanii xiyyeeffatan irratti, ati garuu rakkoo uummanni kee keessa jiru hubattee ogummaafi qabeenyaa keetti gargaaramuudhaan hojii guddaa hojjechaa jirtuuf Waaqayyoo siin haa eebbisu.
    Hojiin kee kun hunda keenyaaf kaka’umsa guddaa nuu kenna.
    Lammiikee.

  2. Ganamoo said,

    January 17, 2012 @ 10:59 am

    Great Contribution, keep it up Obse,

  3. Burqaa said,

    January 17, 2012 @ 3:58 pm

    yaa obsee keenyaa A good start is half done ! jedhe beekaan.Jabaadhu!waaqayyo si ha gargaaru!!

Leave a Reply