|
Views: 2,081 views Comments (7) |
More Videos
Oromo nationalist youth rocks with Abebe Abeshu in Trondelag, Norway. The de facto flag of Oromummaa and bilisummaa Oromoo, alaabaa Oromoo, was being flown high by the Oromo nationalist youth during the event. Artist Abebe Abeshu closed his performance with the three-word phrase that is the embodiment of the aspiration of the Oromo people, “Oromiyaan ni bilisoomti!”
Title: Oromo Nationalist Youth Rocks with Abebe Abeshu in Trondelag, Norway
Duration: 05:13
Category: Abebe Abeshu, Culture, Music, Youth Movement
Added on: January 16th, 2012
Views: 2,081 views (View counter has some delays)


Geetuu Bakaree said,
January 17, 2012 @ 12:46 am
Horaa bulaa, adda jabaadhaa!
(Report this comment as inappropriate.)
Oromiyaa said,
January 17, 2012 @ 3:08 am
Abbeen dhiira , waan irraa eeggamu gumaachee jira . Garuu dargaggoon utaalaa jiru maal gochuu akka qaban beekun irra jirra …..Utaalanii galanii ciisanii kronera meeqa galchuu qofa yaadan taanan akkumaan dhama’u…
Lets unite and do something …we hv to stop fooling ourselves ….Bilisummaa will never come for free from Awurooppaa , Ameerikaa , Awustiraaliyaa….
(Report this comment as inappropriate.)
dhuga said,
January 17, 2012 @ 3:29 am
Bilisumaa sirbban dhfte adunya kesattu hin agre akuma beeknu gaabii kadha afuuf isnif ta.aa itti jabbadha
(Report this comment as inappropriate.)
melka said,
January 17, 2012 @ 8:14 am
Baay’ee nama gammachiisa ijoollee keenya
Jabaadhaa ni jabaanna!
(Report this comment as inappropriate.)
Ganamoo said,
January 17, 2012 @ 10:51 am
Oromiyaan Ni Bilisoomti!
(Report this comment as inappropriate.)
Gadaa Visitor said,
January 17, 2012 @ 11:52 am
Haalaan nama gammachiisa yeroo haalli qabsoo Ummata Oromoo yaaddessaa ta’e keessatti sochii akkasii mul’isuu keessaniif galata guddaa qabdu. Dargaggoonni Oromoo cimuun injifannoo seenaa qabu galmeessisuun amma, jabaadhaa!!!
(Report this comment as inappropriate.)
Dhugaan ni qallatti malee,hin cittu!!!! said,
January 19, 2012 @ 7:22 am
Let´s unite and do something…..our goal should go beyond the dancing,,,,we should come together and do what expected from us……freedom won´t come by free….if we forget everything after we go out from the hall that´s meaningless,,,,,,,plz let´s do more things,,,keep it up,,,,,,expect more things……
(Report this comment as inappropriate.)