Background Picture: Shield, made of leather, used for defense by past Oromo generations
|
Views: 684 views Comments (4) |
More Videos
Gachanaa Oromoo – WBO Dirree Falmaa Irraa, Amajjii 2012
Title: Gachanaa Oromoo – WBO Dirree Falmaa Irraa, Amajjii 2012
Duration: 05:08
Category: News
Added on: January 21st, 2012
Views: 684 views (View counter has some delays)


Salaale said,
January 22, 2012 @ 7:58 am
Yaa rabbi , mucayyoon dhaadattu tun Salaale….Oh she is from *** village …She joined OLA in ***. ….She attended *** Senior Secondary School . God bless Oromiyaa!
…………………..She is awesome . ***
(Report this comment as inappropriate.)
WBO koo Golboo keessaa!! said,
January 23, 2012 @ 1:44 am
@ Salaalee Gootni shamarree ati jettu kun, kan si Ajaa’ibu hidhaa maa’ikelawwii turtee achii akka baateen Falmachuuf dirree Falmaa seente….Roorroo fi Gabrummaa uummata ishee irraa fonqolchuuf jecha murteeffatte..
Yaa ilmaan Oromoo, WBOn Wareegamaaf of qopheessan, Nutis yeroon itti gaheen nuti qabsoo bilisummaa Oromoof gumaachinu maali jennee of gaafannu yeroon har’a….. Dandeetti, qabeenya fi yaadaa jajjabinaan WBO cina haa dhaabbannu jedheen dhaammadha.
(Report this comment as inappropriate.)
Gadisa said,
January 26, 2012 @ 7:12 am
Gotota Ilmmaan oromo, issin keennaa Waqnii nuuf keenne dhaa!
Ani jacha issin medaalu hinqabuu, Waqnii oromo isiin haa egguu!!!!!!
Dina irra anaa!!!!!!!!!
(Report this comment as inappropriate.)
Gammachuu Ayyano said,
January 26, 2012 @ 3:19 pm
dhala oromoo ta’ee kanWBO:jibu dhugamat hin jiru kun garu wabon nagaduudha male yeroo amma kanatti WBON.dirree kijibaa yoo taate malee Dirree qabso keessa akka hijirre dhibbadhibbati quban qaba yaa naggadota maalo ilmaan oromoo sobaan hin guutina oromolle hin tuffachisin dhuguma jirtu walitti himinee qabsoo teenya fi hacarraqinu yeroon nama sobaan jirachisan haarawwatu maalo maalo.
Dhugan jirtu waboon mana hidha Asimaraa keessa taa’ee ummata Eritraa fi kuuli hojjataa jiru kun waan hinhaalamine dhugaa waboon achi jirusi bahu haqix jirtus kanuma.
(Report this comment as inappropriate.)