Search results for

"Dheebuu" – Diraamaa Afaan Oromoo (Kutaa 26ffaa)

"Dheebuu" – Diraamaa Afaan Oromoo (Kutaa 26ffaa)

“Dheebuu” – Kutaa 26ffaa (All Episodes can be found here):

Amsterdam | Onk./Oct. 3, 2015 | Galgala Bashannana Artisti Oromoo Amiin Hussen fi Mihrat W/Maariyamii Waliin

Amsterdam | Onk./Oct. 3, 2015 | Galgala Bashannana Artisti Oromoo Amiin Hussen fi Mihrat W/Maariyamii Waliin

Artist Oromoo Beekama fi Jaallatamma Amiin Huseen fi Beekamtuu Diraamaa Afaan Oromoo Mihrat W/Maariyamii ykn Haadha Shumbee fi kaneen biroo sirbitoota haaraa refuu olii dhufa jiran kan akka Tulluu Amantee, Yoseef Jaalaata, Zenebaa Mohammad, Ramaadaan Boonyaa dabalate Irreechaa bara 2015 Onkoloolessa 3, 2015 Ummataa Oromoo biyyoota Gidduu Galeessa Awurooppaa Bashannansisu. Guyyaa: Onkloolessa/ October 3, 2015 […]

VOA: Amerikaatti Bulchiinsii Magaalaa Miniyaapoolis Oromo Street jedhee Karaa Moggaase Eebbisiise

Amerikaatti Bulchiinsii Magaalaa Miniyaapoolis Oromo Street jedhee Karaa Moggaase Eebbisiise Miseensii mana maree magaalaa MN aanaa jaha keessaa filamee fi ka akka Oromoon magaalaa Miniyaapoolsi keessatti maqaa ufiintiin karaa argattu yaada dhiyeesse, kun jalqabaa waan hedduu waliin hojjachuu dandeennaa jedha. Bulchootii Hawaasa Oromoo MN ammoo tokko taanee waan hedduu waliin hojjachu malle hedduutti jiraa jedhan. […]

1 2 3 91