TV Oromiyaa Magaalaa Torontoo (TVOMT)

AFAAN Publications’ Founder Aad. Toltu Tufa Warmly Welcomed by Torontonian Oromos as She Arrives for the AFAAN Event (Event Scheduled for Tomorrow/April 5, 2014 @ 94 Kenhar Drive, Toronto – between 2-7pm)

AFAAN Publications’ Founder Aad. Toltu Tufa Warmly Welcomed by Torontonian Oromos as She Arrives for the AFAAN Event (Event Scheduled for Tomorrow/April 5, 2014 @ 94 Kenhar Drive, Toronto – between 2-7pm)

TVOMT: Obboo Juneedin Saaddoo Waan gochaa tureef maal jedha laata? | Obboo Juneeddii Saaddoo Eenyu?

TVOMT: Obboo Juneeddii Saaddoo Eenyu? TVOMT: “TV Oromiyaa MT: Badii Obboo Jundeedi Saaddoo Saba isaa irrati raawate hin himinaa jedhuu? Kun waan addunyarrati hin argamini. Yoo badii kan hin qabne tahe abbummaan as bahee akka badii itti hin qabne himachuutu akka malee, haqa jiru dhoksuuf muka walirrati cabsuun Oromummaa miti. Dhugaan yoomiyyuu ni injufati. Kanneen […]

Kurfii Guyyaa Eebba OMN Galma Aadaa Oromiyaa Magaalaa Toronto ti Raawate Hordofaa

Kurfii Guyyaa Eebba OMN Galma Aadaa Oromiyaa Magaalaa Toronto ti Raawate Hordofaa Kurfii Guyyaa Eebba OMN Galma Aadaa Oromiyaa Magaalaa Toronto ti raawate Hordofaa sagantaan kan Torontoo fii USA ti geffeefame yemmuu tahu hirmaattonni isa Ameerikati gaggeefames hordofaati irraa hirmaatan. Rakkoo qulgullin sagalee garuu dursinee dhiifama isin gaafanna.

1 2 3 5