Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Archives by category » More Articles ... » Taammanaa_Bitimaa

Taammanaa Bitimaa:- OROMIYAAN SEERA WARAANAA JALA JIRTI

Taammanaa Bitimaa:- OROMIYAAN SEERA WARAANAA JALA JIRTI

Taammanaa Bitimaa irraa* Kunoo, erga mootummaan warra Wayyaanee “labsii seera waraanaa” baasee, biyyi abbootii Gadaa fi haadhotii Siiqqee kottee gita-bittee Tigraay hakoosshaa fi shookkisaa san jalatti argama. Uummanni Oromoo guddichii…

Taammanaa Bitimaa:- Ammaan Booda Jiraa Oromoo Dhiisitii Du’aan Oromoollee Harqoota Gabrummaa Hin Baatu

Taammanaa Bitimaa:- Ammaan Booda Jiraa Oromoo Dhiisitii Du’aan Oromoollee Harqoota Gabrummaa Hin Baatu

Taammanaa Bitimaa irraa* Kunoo, amma bara moofaa keessaa gara bara haaraatti dabarree jirra. Barri dabre kun, barri 2015 bara Oromooti jechuu dandeenya. Kan bara san bara Oromoo taasese immoo Qabsoo…

Taammanaa Bitimaa:- OFIRRAA KAASI MALEE*

Taammanaa Bitimaa:- OFIRRAA KAASI MALEE*

Taammanaa Bitimaa irraa** Ginni bittaa-Maqalee Jarri qawween as galee Akkuma Minilik-faa Uummata keenya qalee Ijoollee teenya qalee Yaa Oromoo waltayii Gaaraa-dakaa gadbayii Ofirraa kaasi malee! Biyya keenya qabatee Dilbii keenya…

Taammanaa Bitimaa:- QABSOON ITTI-FUFA (Walaloo)

Taammanaa Bitimaa:- QABSOON ITTI-FUFA (Walaloo)

Taammanaa Bitimaa irraa* Qabsoon itti-fufa Cimsee itti-fufa Alaa-manaa itti-fufa Gaaraa-dakaa itti-fufa Gabroomfataan burkutaayee kufa Bilisummaan dhiiga keenyaan dhufa! Sululawwanii fi laggeen mara labee Bosonotaa fi gaarran cufa dhaqqabee Uummata hunda…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Saglaffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Saglaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa*** DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa saddeettaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa fi…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Saddeettaffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Torbaffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Torbaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa torbaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Jahaffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Jahaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Shanaffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Shanaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa** DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa shanaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Afraffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Afraffaa

Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa afraffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Sadaffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Sadaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffa kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, baga nagaa fi nageenyaan naaf turtanii kutaa sadaffaa kana duukaa-buu’uuf dhuftani! Akkuma isin amma gara mandhee tanaa dhuftan mee nagaa fi…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Lammaffaa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Lammaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa*** DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, isa kutaa tokkoffaa keessatti isiniif dhiyaate akka argachuun duukaa-buutan abdiin qaba. Kunoo, ammammoo kutaa lammaffaa itti-fufeen jiraa, yoo yeroo fi…

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Duraa

Taammanaa Bitimaa:- Mandaroota fi Magaalaawwan Oromiyaa ("Oromian Towns and Cities") – Kutaa Duraa

Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu…

GUYYAA HAADHAA KAN BARNAA

WAAMICHA HARMEE OROMIYAA

Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo akkuma dhagayaa, argaa jirtan haalli biyya keenya keessaa irra-caala uummata keenyatti hammaachaa, diinni isaa irra-caala gara bineensaatti of-geeddaraa jira.…

YAA SHAGGAR OLKA’II DUBBADDHU

Taammanaa Bitimaa irraa Yaa Shaggar olka’ii dubbaddhu Yaa shaggaa koo oljedhii dubbaddhu Ishiitoo biyya raasaa Ishii diina dhamaasaa Dhaloota Qubeetti iyyaddhu Waaqaa-lafas waammaddhu! Yaa Shaggar dubbaddhu Yaa Finfinnee dubbaddhu Kichuuwwan…

IYYAA, IYYA DABARSAA || BIYYALAATTIS NU QOCHISIIFACHUU FEDHUU?

================= IYYAA, IYYA DABARSAA Taammanaa Bitimaa irraa* DURAANDURSA Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, Bakka jirtanii fi bakka jiraattan hundaatti nagaa fi dhaamsi kiyya kan onnee irraa madde isin haa…

BUQQIFAMA OROMOOTA SHAGGARII fi NAANNOO ISAA – Kutaa Shanaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa*- DURAANDURSA Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kutaalee afran dabran akka argattanii dubbiftan nan abdaddha. Amma kutaa isa kana bakkuma isa dabre dhaabne irraayyi itti-fufnaa, yoo yeroo…

LAFEE OROMOO CACCABSITEE NYAATAA?*

Taammanaa Bitimaa irraa*- QALBEEFFACHIISA: Yaa dubbiftoota walaloo kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, walaloon kun bara 2011, ji’a Caamsaa keessa mandheewwan Oromoo kanneen addaddaa irratti baafamee ture. Ani kaleessa mandhee “bilisummaa.com” oggaan…

MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA: Kutaa Shanaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa*- DURAANDURSA Jalatamoo fi kabajamoo warra barreefata kana duukaa-buutanii jirtan, mee waan hundumaa duran nagaa fi nageenya isiniif hawwa! Barreeffama kana kutaa sadaffaa, kunoo akkana jechuunan xumureeyyu: “Amma…

Page 1 of 3123